Uumama 22:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis, “Maaloo, ilma kee tokkicha isa baayʼee jaallattu+ Yisihaaqiin+ fuudhii gara biyya Mooriyaa+ dhaqi; achittis gaarota ani sitti argisiisu keessaa isa tokko irratti aarsaa gubamu godhiitii isa dhiheessi” jedhe. Uumama 22:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Abrahaamis bakka sana Yihowaa Yirʼee* jedhee moggaase. Hamma harʼaattis, “Yihowaan gaara isaa irratti wanta barbaachisu ni qopheessa”+ kan jedhamu kanaafi.
2 Achiis, “Maaloo, ilma kee tokkicha isa baayʼee jaallattu+ Yisihaaqiin+ fuudhii gara biyya Mooriyaa+ dhaqi; achittis gaarota ani sitti argisiisu keessaa isa tokko irratti aarsaa gubamu godhiitii isa dhiheessi” jedhe.
14 Abrahaamis bakka sana Yihowaa Yirʼee* jedhee moggaase. Hamma harʼaattis, “Yihowaan gaara isaa irratti wanta barbaachisu ni qopheessa”+ kan jedhamu kanaafi.