LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 24:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaan kan kaʼes, Gaad guyyaa sanatti gara Daawititti seenee, “Ol baʼiitii, oobdii Arawunaa Yebuusichaa irratti Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaari” isaan jedhe.+

  • 1 Seenaa Baraa 21:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Daawitis Ornaaniin, “Ani Yihowaadhaaf iddoo aarsaa akkan irratti ijaaruuf, oobdii kee natti gurguri.* Dhaʼichi namoota kana irra gaʼaa jiru akka dhaabbatuuf,+ gatii guutuudhaan natti gurguri” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi