LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sana booda Haannaan akkana jettee kadhatte:

      “Garaan koo Yihowaatti ni gammada;+

      Yihowaan gaanfa* koo ol qabe.

      Ani gochawwan fayyinaa keetti waanan gammaduuf,

      Afaan koo diinota kootiif deebii kennuuf banameera.

  • Faarfannaa 20:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Gochawwan fayyinaa keetti ni ililchina;+

      Maqaa Waaqa keenyaatiin faajjii keenya ol ni kaasna.+

      Yihowaan kadhata kee hundumaa siif haa raawwatu.

  • Faarfannaa 30:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Yaa Yihowaa, waan ol na qabdeef* ani sin jajadha;

      Ati diinonni koo kufaatii kootti akka gammadan hin goone.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi