LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 10:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Ilmaan Aaron warri luboota taʼan malakata haa afuufan;+ isaanitti fayyadamuunis guutummaa dhaloota keessanii keessatti dambii dhaabbataa isiniif ni taʼa.

  • 1 Seenaa Baraa 13:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Daawitii fi guutummaan Israaʼelis faarfannaadhaan, akkasumas baganaa, meeshaawwan muuziqaa ribuu qaban akaakuu kan biroo, dibbee,+ siimbaalii*+ fi malakatatti+ fayyadamanii humna isaanii guutuudhaan Waaqa dhugaa duratti ni sirbu turan.

  • 2 Seenaa Baraa 29:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Kanaafuu, Leewwonni meeshaawwan muuziqaa Daawit, luboonni immoo malakata+ qabatanii dhaabbatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi