1 Mootota 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Israaʼelonni* biyya Gibxiitii baʼanii+ waggaa 480ffaa isaatti, Solomoon Israaʼel irratti mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, jiʼa Ziifitti*+ (jechuunis jiʼa lammaffaatti) Solomoon mana Yihowaa* ijaaruu jalqabe.+ 1 Mootota 6:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Waggaa 4ffaatti jiʼa Ziifitti* buʼuurri mana Yihowaa ni kaaʼame;+
6 Israaʼelonni* biyya Gibxiitii baʼanii+ waggaa 480ffaa isaatti, Solomoon Israaʼel irratti mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, jiʼa Ziifitti*+ (jechuunis jiʼa lammaffaatti) Solomoon mana Yihowaa* ijaaruu jalqabe.+