1 Mootota 22:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Kana malees, Yoshaafaax gara Ofiir deemanii warqii akka fidaniif dooniiwwan Tarshiish* ni hojjete;+ taʼus dooniiwwan sun Eexiyoon Geberitti+ waan caccabaniif utuu hin deemin hafan.
48 Kana malees, Yoshaafaax gara Ofiir deemanii warqii akka fidaniif dooniiwwan Tarshiish* ni hojjete;+ taʼus dooniiwwan sun Eexiyoon Geberitti+ waan caccabaniif utuu hin deemin hafan.