Iyyaasuu 21:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ilmaan Aaron lubichaatiif magaalaa Kebroon+ ishii namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Libnaa+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 2 Mootota 19:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Raabshaaqichis mootiin Asoor Laakiishiin+ dhiisee deemuu isaa yommuu dhagaʼu gara isaatti ni deebiʼe; utuu Libnaa waraanaa jiruus isa argate.+
13 Ilmaan Aaron lubichaatiif magaalaa Kebroon+ ishii namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Libnaa+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,
8 Raabshaaqichis mootiin Asoor Laakiishiin+ dhiisee deemuu isaa yommuu dhagaʼu gara isaatti ni deebiʼe; utuu Libnaa waraanaa jiruus isa argate.+