2 Mootota 9:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yooraamis, akkuma Yehuu argeen, “Yehuu, nagumaan dhuftee?” isaan jedhe. Inni garuu, “Sagaagalummaan haadha tee Iizaabelii+ fi falfalli* ishii hedduun utuu jiruu nagaa maaliitu jira?”+ isaan jedhe.
22 Yooraamis, akkuma Yehuu argeen, “Yehuu, nagumaan dhuftee?” isaan jedhe. Inni garuu, “Sagaagalummaan haadha tee Iizaabelii+ fi falfalli* ishii hedduun utuu jiruu nagaa maaliitu jira?”+ isaan jedhe.