LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ilma ilma Niimshii kan taʼe Yehuu+ mootii Israaʼel godhii dibi; Eelsaa’i* ilma Shaafaat isa nama biyya Abeel Meholaa taʼe immoo bakka kee raajii godhii dibi.+

  • 2 Mootota 9:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Waardiyyaan sunis, “Inni isaan bira gaʼeera; garuu immoo hin deebine; akka nama maraateetti waan oofuuf, akkaataan inni gaarii fardaa itti oofu kan Yehuu ilma ilma Niimshii* wajjin wal fakkaata” jedhee dubbate. 21 Yooraamis, “Gaarii fardaa koo naa feʼaa!” jedhe. Gaariin fardaa isaas isaaf ni feʼame; Yooraam mootiin Israaʼelii fi Akaaziyaan+ mootiin Yihudaa gaarii fardaa waraanaa isaanii yaabbatanii Yehuu argachuuf deeman. Isaanis maasii Naabot+ Yezriʼelichaa keessatti isaa wajjin wal argan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi