3 Yoshaafaax daandiiwwan abbaan isaa Daawit isa dura irra deemaa ture irra waan deemeef,+ akkasumas Baʼaaliin waan hin barbaaddanneef, Yihowaan isaa wajjin ni taʼe. 4 Inni barsiifatawwan Israaʼel hin hordofne;+ kanaa mannaa, Waaqa abbaa isaa ni barbaaddate;+ ajajawwan isaas ni hordofe.