-
1 Seenaa Baraa 29:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Mana Waaqa kootiif jaalala waanan qabuuf,+ wantan mana qulqulluu kanaaf qopheesse hunda malees, warqii fi meetii isa qabeenya dhuunfaa+ koo taʼe mana Waaqa kootiitiif nan kenna; 4 dabalataanis girgiddaawwan kutaawwan manichaatti akka maxxanfamaniif warqii taalaantii* 3,000 isa Ofiir+ irraa dhufee fi meetii qulqulluu taalaantii 7,000,
-