1 Seenaa Baraa 24:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Gareen sanyiiwwan Aaron kanneen kana turan: Ilmaan Aaron Naadaab, Abihuu,+ Eleʼazaarii fi Itaamaar+ turan. 1 Seenaa Baraa 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Gareewwan karra eegdotaa+ kanneen kana turan: Qoroota keessaa, Mesheleemiyaa+ ilma Qoree isa ilmaan Asaaf keessaa tokko taʼe.
24 Gareen sanyiiwwan Aaron kanneen kana turan: Ilmaan Aaron Naadaab, Abihuu,+ Eleʼazaarii fi Itaamaar+ turan.
26 Gareewwan karra eegdotaa+ kanneen kana turan: Qoroota keessaa, Mesheleemiyaa+ ilma Qoree isa ilmaan Asaaf keessaa tokko taʼe.