-
1 Mootota 1:39, 40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Saadoq lubichis gaanfa zayitichaa+ dunkaana+ keessaa fudhatee Solomooniin ni dibe;+ isaanis xurumbaa afuufuu jalqaban; namoonni sun hundis, “Solomoon Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhanii iyyuu jalqaban. 40 Sana booda namoonni sun hundi ulullee afuufaa fi baayʼee gammadaa isa duukaa buʼanii ol baʼan; iyya isaanii irraan kan kaʼes lafti ni baqaqxe.+
-