2 Mootota 10:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Isaanis siidaa waaqeffannaa+ Baʼaalii fi mana Baʼaal+ diiganii mana boolii akka taʼu godhan; innis hamma harʼaatti akkuma kanaan jira. 28 Akka kanaan Yehuun Baʼaaliin Israaʼel keessaa ni balleesse.
27 Isaanis siidaa waaqeffannaa+ Baʼaalii fi mana Baʼaal+ diiganii mana boolii akka taʼu godhan; innis hamma harʼaatti akkuma kanaan jira. 28 Akka kanaan Yehuun Baʼaaliin Israaʼel keessaa ni balleesse.