LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 “Wantoonni iddoo aarsaa irratti dhiheessitu kanneen kana dha: utuu wal irraa hin kutin guyyaa guyyaadhaan xobbaallaa hoolaa waggaa tokko taʼan lama ni dhiheessita.+

  • Lakkoofsa 28:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akkana jedhii Israaʼelota ajaji: ‘Aarsaa koo, jechuunis nyaata koo dhiheessuu hin dagatinaa. Aarsaawwan koo warri urgaan isaanii gammachiisuu* fi ibiddaan anaaf dhihaatan yeroo isaaniif ramadametti dhihaachuu qabu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi