LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 11:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kana malees, inni mooticha duukaa buʼanii mana Yihowaatii akka gad isa fidaniif ajajjoota dhibbaa,+ Kaarota warra eegdota taʼan, eegdota mana mootummaa+ fi namoota biyyattii hunda walitti ni qabe; isaanis karaa karra eegdota mana mootummaa gara mana mootichaa ni dhufan. Achiis inni teessoo moototaa irra ni taaʼe.+ 20 Isaan Ataaliyaa mana mootichaatti goraadeedhaan waan ajjeesaniif, namoonni biyyattii hundi ni gammadan; magaalattiinis tasgabbii argatte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi