2 Seenaa Baraa 23:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis ilma mootichaa+ gad baasanii gonfoo fi Dhugaa Baatuu* sana isa irra kaaʼanii+ mootii isa godhan; Yehoyaadaanii fi ilmaan isaas isa ni diban. Sana booda, “Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhan.+
11 Achiis ilma mootichaa+ gad baasanii gonfoo fi Dhugaa Baatuu* sana isa irra kaaʼanii+ mootii isa godhan; Yehoyaadaanii fi ilmaan isaas isa ni diban. Sana booda, “Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhan.+