LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Saamuʼel qaruuraa zayitii fudhatee zayiticha mataa Saaʼol irratti dhangalaase.+ Isa dhungatees akkana isaan jedhe: “Yihowaan akka ati dhaala isaa+ irratti mootii taatuuf si dibeera mitii?+

  • 1 Saamuʼel 10:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yeroo kanatti Saamuʼel namoota sana hundumaatiin, “Nama Yihowaan filate kana ni argituu?+ Namoota kana hunda keessaa kan akka isaa hin jiru” jedhe. Namoonni sun hundis, “Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhanii iyyuu jalqaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi