20 Hafuurri Waaqayyoo Zakkaariyaas ilma Yehoyaadaa+ lubichaa irra ni buʼe; innis sabicha dura iddoo ol kaʼaa taʼe irra dhaabbatee, “Waaqni dhugaan akkana jedha: ‘Ajajawwan Yihowaa kan cabsitan maaliifi? Isin milkaaʼina hin argattan! Yihowaa waan dhiistaniif, innis isin ni dhiisa’”+ isaaniin jedhe.