-
Lakkoofsa 1:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Akka maatii maatii isaaniitti, akka manneen abbootii isaaniittii fi akka lakkoofsa maqaawwan dhiirotaa hundumaatti guutummaa yaaʼii Israaʼel* mata mataatti lakkaaʼi.+ 3 Atii fi Aaron namoota umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼe+ warra raayyaa waraanaa Israaʼel keessatti tajaajiluu dandaʼan hundumaa akka garee garee* isaaniitti ni galmeessitu.
-