-
2 Seenaa Baraa 25:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, Amaaziyaan Edoomota rukutee erga deebiʼee booda, waaqolii namoota Seʼiir fudhatee, waaqolii godhee ofii isaatiif ni dhaabe;+ isaan duratti sagaduu fi isaaniif aarsaa aarfamu dhiheessuus ni jalqabe.
-