-
Leewwota 24:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Yeroo hundumaa ibsaawwan sun akka ifaniif,+ zayitii qulqulluu ejersa tumame irraa argamuu fi ibsaadhaaf taʼu akka sii fidan Israaʼelota ajaji.
-