1 Mootota 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Dheerinni* barandaa+ fuuldura mana qulqullummaa* jiru dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee dha. Barandichi manicha irraa dhundhuma kudhan gara fuulduraatti baʼa ture. 1 Seenaa Baraa 28:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis Daawit pilaanii+ ijaarsa barandaa+ sanaa fi kutaawwan manichaa, kutaawwan mana kuusaa, kutaawwan baaxii irraa, kutaawwan warra keessaa fi mana qadaadni araaraa+ keessa kaaʼamuu* ilma isaa Solomooniif ni kenne.
3 Dheerinni* barandaa+ fuuldura mana qulqullummaa* jiru dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee dha. Barandichi manicha irraa dhundhuma kudhan gara fuulduraatti baʼa ture.
11 Achiis Daawit pilaanii+ ijaarsa barandaa+ sanaa fi kutaawwan manichaa, kutaawwan mana kuusaa, kutaawwan baaxii irraa, kutaawwan warra keessaa fi mana qadaadni araaraa+ keessa kaaʼamuu* ilma isaa Solomooniif ni kenne.