Leewwota 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Jibicha sana gara balbala dunkaana walgaʼiitti+ Yihowaa duratti fidee harka isaa mataa jibicha sanaa irra haa kaaʼu; achiis jibicha sana Yihowaa duratti haa qalu.+
4 Jibicha sana gara balbala dunkaana walgaʼiitti+ Yihowaa duratti fidee harka isaa mataa jibicha sanaa irra haa kaaʼu; achiis jibicha sana Yihowaa duratti haa qalu.+