- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 15:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Kanaafuu, inni Aasaa argachuuf gad baʼee akkana isaan jedhe: “Ati yaa Aasaa, isin namoonni Yihudaa fi Biiniyaam hundumti keessan na dhagaʼaa! Isin isaa wajjin yoo taatan, Yihowaan isinii wajjin ni taʼa;+ isin yoo isa barbaaddattan inni isiniif ni argama;+ yoo isa dhiistan garuu, innis isin ni dhiisa.+
 
 -