2 Seenaa Baraa 28:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kana malees, Akaaz miʼawwan mana Waaqa dhugaa walitti ni qabe; achiis miʼawwan mana Waaqa dhugaa sana ni caccabse;+ balbaloota mana Yihowaa ni cufe;+ qarqara daandiiwwan Yerusaalem hundumaattis ofii isaatiif iddoowwan aarsaa ni ijaare.
24 Kana malees, Akaaz miʼawwan mana Waaqa dhugaa walitti ni qabe; achiis miʼawwan mana Waaqa dhugaa sana ni caccabse;+ balbaloota mana Yihowaa ni cufe;+ qarqara daandiiwwan Yerusaalem hundumaattis ofii isaatiif iddoowwan aarsaa ni ijaare.