Lakkoofsa 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeroo kanatti namoonni reeffa tuquudhaan* xuraaʼan+ jiru turan; kanaan kan kaʼes, isaan guyyaa sanatti aarsaa Faasikaa qopheessuu hin dandeenye. Kanaafuu, namoonni sun guyyaa sanatti Musee fi Aaron duratti dhihaatanii,+ Lakkoofsa 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Isin gidduudhaa yookiin dhaloota keessan isa gara fuulduraa keessaa namni tokko reeffa tuquudhaan* yoo xuraaʼe+ yookiin karaa fagoo yoo deeme illee namni sun Yihowaadhaaf aarsaa Faasikaa qopheessuu qaba.
6 Yeroo kanatti namoonni reeffa tuquudhaan* xuraaʼan+ jiru turan; kanaan kan kaʼes, isaan guyyaa sanatti aarsaa Faasikaa qopheessuu hin dandeenye. Kanaafuu, namoonni sun guyyaa sanatti Musee fi Aaron duratti dhihaatanii,+
10 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Isin gidduudhaa yookiin dhaloota keessan isa gara fuulduraa keessaa namni tokko reeffa tuquudhaan* yoo xuraaʼe+ yookiin karaa fagoo yoo deeme illee namni sun Yihowaadhaaf aarsaa Faasikaa qopheessuu qaba.