65 Yeroo sanatti Solomoon guutummaa Israaʼel, jechuunis gumii guddaa biyya Lebo Hamaatii hanga Laga Gogaa Gibxiitti+ argamu irraa dhufee wajjin Waaqa keenya Yihowaa duratti guyyaa 7f achiis guyyaa dabalataa 7f, walumatti guyyaa 14f ayyaanicha ni ayyaaneffate.+