-
2 Seenaa Baraa 30:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Namoonni lakkoofsi isaanii hedduu taʼe, keessumaa warri biyya Efreem, biyya Minaasee,+ biyya Yisaakorii fi biyya Zaabiloonii dhufan kan of hin qulqulleessine taʼus, wanta seerichi ajaju irraa haala faallaa taʼeen Faasikaa ni nyaatan. Hisqiyaas garuu akkana jedhee isaaniif kadhate: “Yihowaan inni gaarii+ taʼe dhiifama haa godhu;
-