-
Izraa 4:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Ammas, magaalaan kun deebitee yoo ijaaramtee fi dallaawwan ishii yoo xumuraman, isaan qaraxa, gibira+ yookiin qaraxa kellaa hin kaffalan; kun immoo maallaqni moototaaf walitti qabamu akka hirʼatu godha.
-