-
2 Mootota 23:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Yehoyaaqiim meetii fi warqii sana Faraʼooniif ni kenne; meetii Faraʼoon isa gaafate sana kennuuf garuu sabicha irraa qaraxa sassaabuu qaba ture. Innis meetii fi warqii sana Faraʼoon Nekoodhaaf kennuuf tokkoon tokkoon namoota biyyattii hamma isaanitti tilmaamame akka kaffalan godhe.
-
-
Nahimiyaa 5:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Warri kaan immoo akkana jedhu turan: “Gibira mootichaa kaffaluuf jecha maasii keenyaa fi maasii wayinii keenya qabsiisnee maallaqa liqeeffanneerra.+
-