LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+

  • Keessa Deebii 28:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Firiiwwan lafa keetii fi oomisha argattu hundumaa namoonni ati hin beekne ni nyaatu;+ yeroo hundumaa ni gowwoomfamta, ni dhidhiitamtas.

  • Nahimiyaa 9:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Kanaafuu, kunoo nuti harʼa garboota taaneerra;+ eeyyee, biyya abbootiin keenya firii ishii fi wantoota gaggaarii ishii keessa jiran akka nyaataniif isaaniif kennite keessatti garboota taaneerra. 37 Oomishni hedduun ishiin kennitu mootota warra sababii cubbuu keenyaatiin ati nu irratti muuddeef taʼaa jira.+ Isaan akka barbaadanitti qaama keenyaa fi horiiwwan keenya irratti ajajaa jiru; nutis dhiphina guddaa keessa jirra.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi