-
Izraa 4:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Garagalchiin xalayaa Arxeksis Mootichaa Rehuum, Shimsaay isa barreessaa taʼee fi michoota isaanii duratti erga dubbifamee booda, isaan hatattamaan gara Yerusaalem, gara Yihudootaa dhaqanii dirqisiisanii hojicha isaan dhaabsisan. 24 Hojiin mana Waaqayyoo inni Yerusaalem keessatti argamu kan dhaabbate yeroo kanatti ture; hamma waggaa lammaffaa bulchiinsa Daariyos mootii Faarsittis hojichi bakkuma jirutti ni dhaabbate.+
-