- 
	                        
            
            Izraa 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Miʼawwan warqii fi miʼawwan meetii hundi 5,400 turan. Sheshbaazaar yeroo namoonni boojiʼaman+ Baabilon irraa gara Yerusaalemitti deebifamanitti miʼawwan kana hundumaa fudhatee baʼe.
 
 -