Izraa 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haa taʼu malee, Waaqayyo jaarsolii Yihudootaatiif eegumsa gochaa* waan tureef,+ ergaan gara Daariyositti ergamee, xalayaan dhimma kana ilaallatu isa biraa hamma deebiʼutti hojicha isaan dhaabsisuu hin dandeenye.
5 Haa taʼu malee, Waaqayyo jaarsolii Yihudootaatiif eegumsa gochaa* waan tureef,+ ergaan gara Daariyositti ergamee, xalayaan dhimma kana ilaallatu isa biraa hamma deebiʼutti hojicha isaan dhaabsisuu hin dandeenye.