LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Izraan kun Baabilon irraa dhufe. Inni garagalchituu* Seera Musee+ isa Yihowaan Waaqni Israaʼel kenne akka gaariitti beeku ture.* Harki Waaqa isaa Yihowaa isa irra waan tureef, mootichi wanta inni gaafate hundumaa isaaf ni kenne.

  • Izraa 7:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kana malees, inni mootichaa fi gorsitoota isaa,+ akkasumas bulchitoota mootichaa warra jajjaboo taʼan hundumaa duratti jaalala amanamaa natti argisiiseera.+ Harki Waaqa koo Yihowaa anaa wajjin waan tureef, nan onnadhe;* Israaʼel keessaas namoonni dura buutota* taʼan anaa wajjin akka ol baʼan walitti isaan nan qabe.

  • Izraa 8:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Nuti mootichaan, “Harki Waaqa keenyaa inni gaariin warra isa barbaaddatan hundumaa wajjin jira;+ jabinni isaa fi dheekkamsi isaa garuu warra isa dhiisan hundumaa irratti ni dhufa”+ jennee waan turreef, loltootaa fi abbootii fardeenii daandii irratti diinota irraa nu eegan akka nuuf kennu isa gaafachuu nan qaanaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi