-
Izraa 7:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Kana malees, inni mootichaa fi gorsitoota isaa,+ akkasumas bulchitoota mootichaa warra jajjaboo taʼan hundumaa duratti jaalala amanamaa natti argisiiseera.+ Harki Waaqa koo Yihowaa anaa wajjin waan tureef, nan onnadhe;* Israaʼel keessaas namoonni dura buutota* taʼan anaa wajjin akka ol baʼan walitti isaan nan qabe.
-