Izraa 7:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Bulchiinsa mootichaa irrattis taʼe ilmaan isaa irratti dheekkamsi akka hin dhufnetti+ wanti Waaqni samiiwwanii mana Waaqa samiiwwanii ilaalchisee ajaje+ hundi hinaaffaadhaan haa raawwatamu.
23 Bulchiinsa mootichaa irrattis taʼe ilmaan isaa irratti dheekkamsi akka hin dhufnetti+ wanti Waaqni samiiwwanii mana Waaqa samiiwwanii ilaalchisee ajaje+ hundi hinaaffaadhaan haa raawwatamu.