-
Izraa 8:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Harki Waaqa keenyaa inni gaariin nuu wajjin waan tureef, isaan ilmaan Maahlii+ isa ilma ilma Leewwii isa ilma Israaʼel taʼe sanaa keessaa Sherebiyaa+ isa nama hubannaa qabu, akkasumas ilmaan isaa fi obboloota isaa walumaa galatti namoota 18 nuu fidan; 19 kana malees, Hashaabiyaa fi isaa wajjin Meraarota+ keessaa Yeshaayaa, akkasumas obboloota isaa fi ilmaan isaanii walumaa galatti namoota 20 nuu fidan.
-