-
Izraa 8:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yeroo kanatti ani ajajjoota lubootaa keessaa namoota 12, jechuunis Sherebiyaa fi Hashaabiyaa,+ akkasumas obboloota isaanii keessaa namoota kudhan adda nan baase. 25 Achiis meetii, warqii fi miʼawwan, jechuunis buusii mootichi, gorsitoonni isaa, bulchitoonni isaa fi Israaʼelonni achitti argaman hundi mana Waaqa keenyaatiif+ godhan madaalee isaanitti nan kenne.
-