LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 7:14-16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sababiin isaas, mootichii fi gorsitoonni isaa torban Seerri Waaqa keetii inni si bira* jiru Yihudaa fi Yerusaalem keessatti hojii irra oolfamaa akka jiruu fi akka hin jirre akka qorattuuf, 15 kana malees, meetii fi warqii isa mootichii fi gorsitoonni isaa Waaqa Israaʼel isa bakki jireenyaa isaa Yerusaalem keessa taʼeef fedhii isaaniitiin kennan, 16 meetii fi warqii guutummaa koonyaa Baabilon keessaa fudhatte,* akkasumas kennaa sabichii fi luboonni fedhii isaaniitiin mana Waaqa isaanii isa Yerusaalem keessatti argamuuf kennan hundumaa+ fudhattee akka deemtuuf si erganiiru.

  • Izraa 7:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Miʼawwan tajaajila mana Waaqa keetiif akka taʼaniif sitti kennaman hundumaa, Yerusaalemitti Waaqa kee duratti ni dhiheessita.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi