LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 1:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis dura buutonni manneen abbootii Yihudaa fi Biiniyaam, luboonnii fi Leewwonni, namoonni Waaqni dhugaan hafuura isaanii kakaase hundi ol baʼanii mana Yihowaa isa Yerusaalemitti argamu deebisanii ijaaruuf ni qophaaʼan. 6 Warri naannoo isaaniitti argaman hundis kennaa fedhiidhaan kennamu hundumaa dabalatee, miʼawwan meetii fi miʼawwan warqii, miʼawwan adda addaa, horii qeʼee fi wantoota gatii guddaa qaban isaaniif kennuudhaan isaan ni gargaaran.*

  • Izraa 8:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Achiis meetii, warqii fi miʼawwan, jechuunis buusii mootichi, gorsitoonni isaa, bulchitoonni isaa fi Israaʼelonni achitti argaman hundi mana Waaqa keenyaatiif+ godhan madaalee isaanitti nan kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi