-
Izraa 8:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Nuti mootichaan, “Harki Waaqa keenyaa inni gaariin warra isa barbaaddatan hundumaa wajjin jira;+ jabinni isaa fi dheekkamsi isaa garuu warra isa dhiisan hundumaa irratti ni dhufa”+ jennee waan turreef, loltootaa fi abbootii fardeenii daandii irratti diinota irraa nu eegan akka nuuf kennu isa gaafachuu nan qaanaʼe.
-