Izraa 8:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Dhuma irrattis, jiʼa tokkoffaa+ keessaa guyyaa 12ffaatti gara Yerusaalem deemuuf laga Ahaawaa+ biraa ni kaane; harki Waaqa keenyaa nuu wajjin ture; innis karaa irratti harka diinaa fi warra riphanii nama eeggatan irraa nu oolche.
31 Dhuma irrattis, jiʼa tokkoffaa+ keessaa guyyaa 12ffaatti gara Yerusaalem deemuuf laga Ahaawaa+ biraa ni kaane; harki Waaqa keenyaa nuu wajjin ture; innis karaa irratti harka diinaa fi warra riphanii nama eeggatan irraa nu oolche.