-
Izraa 8:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Anis laga gara Ahaawaatti+ yaaʼu biratti walitti isaan nan qabe; guyyaa sadiifis achi buufanne. Haa taʼu malee, sabichaa fi luboota yommuun hubadhee ilaalu, achitti Leewwota keessaa nama tokko illee hin arganne.
-
-
Izraa 8:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Waaqa keenya duratti akka gad of qabnuuf, akkasumas adeemsa keenyaaf, nuuf, ijoollee keenyaa fi qabeenya keenya hundumaatiif isa irraa qajeelfama argachuuf achuma laga Ahaawaa biratti sooma nan labse.
-