Nahimiyaa 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Luboonnii fi Leewwonni Zarubaabel+ ilma Saalaatiʼelii+ fi Yeshuwaa+ wajjin ol baʼan kanneen kana turan: Seraayaa, Ermiyaas, Izraa, Nahimiyaa 12:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yeshuwaan, Binuuy, Qaadmiʼel,+ Sherebiyaan, Yihudaanii fi Maataaniyaan+ inni obboloota isaa wajjin faarfannaa galataa geggeessaa ture Leewwota turan.
12 Luboonnii fi Leewwonni Zarubaabel+ ilma Saalaatiʼelii+ fi Yeshuwaa+ wajjin ol baʼan kanneen kana turan: Seraayaa, Ermiyaas, Izraa,
8 Yeshuwaan, Binuuy, Qaadmiʼel,+ Sherebiyaan, Yihudaanii fi Maataaniyaan+ inni obboloota isaa wajjin faarfannaa galataa geggeessaa ture Leewwota turan.