LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Jiraattonni jalqabaa warri gara dhaala isaanii isa magaalota isaanii keessatti argamuutti deebiʼan Israaʼelota tokko tokko, luboota, Leewwotaa fi tajaajiltoota mana qulqullummaa* turan.+

  • 1 Seenaa Baraa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 akkasumas Baaqbaaqaar, Hereesh, Gaalaal, Maataaniyaa ilma Miikaa, ilma Zikrii, ilma Asaaf,

  • Nahimiyaa 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 kana malees, Maataaniyaa+ ilma Miikiyaas, ilma Zaabdii, ilma Asaaf+ isa geggeessaa faarfannichaa taʼee fi galata yeroo kadhannaatti dhihaatu geggeessu,+ Baaqbuqiyaa isa obboloota isaa keessaa lammaffaa taʼe, akkasumas Abdaa ilma Shaamuʼaa, ilma Gaalaal, ilma Yedutuun.+

  • Nahimiyaa 12:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Maataaniyaan,+ Baaqbuqiyaan, Obaadiyaan, Meshulaam, Taalmoonii fi Aquub+ karra eegdota+ taʼanii eegumsaaf dhaabbachuudhaan kutaawwan mana kuusaa karrawwan bira jiran eegu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi