-
Nahimiyaa 11:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Uuziin ilmi Baanii, ilmi Hashaabiyaa, ilmi Maataaniyaa,+ ilmi Miikaa inni ilmaan Asaaf warra faarfattoota taʼan keessaa tokko taʼe, Leewwota Yerusaalem keessa jiran irratti ilaaltuu ol aanaa ture; hojii mana Waaqa dhugaatti hojjetamu irrattis ajajaa ture.
-