-
1 Seenaa Baraa 9:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Karra eegdonni+ Shaalum, Aquub, Taalmoon, Ahimaan, akkasumas obboleessa isaanii Shaalum isa dura buʼaa taʼe turan;
-
-
Nahimiyaa 11:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo kanatti bulchitoonni sabichaa Yerusaalem keessa jiraatu turan;+ namoonni kaan garuu namoota kudhan keessaa namni tokko achi keessa akka jiraatuuf gara Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taatetti fiduuf, akkasumas warri hafan salgan kaan immoo magaalota kaan keessa akka jiraataniif carraa ni buufatan.+
-
-
Nahimiyaa 11:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Karra eegdota kan turan Aquubii fi Taalmoon,+ akkasumas obboloota isaanii warra karrawwan irratti eegaa turan, walumaa galatti namoota 172 turan.
-