-
Nahimiyaa 12:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Maataaniyaan,+ Baaqbuqiyaan, Obaadiyaan, Meshulaam, Taalmoonii fi Aquub+ karra eegdota+ taʼanii eegumsaaf dhaabbachuudhaan kutaawwan mana kuusaa karrawwan bira jiran eegu turan. 26 Kanneen kun bara Yoyaaqiim ilma Yeshuwaa+ ilma Yozaadaaqittii fi bara Nahimiyaa isa bulchaa biyyaa taʼeetti, akkasumas bara Izraa+ isa lubaa fi garagalchituu* taʼeetti tajaajilaniiru.
-